Erga Jabduu Dr AbiyAhmedAli🇪🇹 Rayyaa Ittisa Biyyaatif Dhaaman keessa Muraasa“ @AbiyAhmedAliRaayy...

#BreakingNews🇪🇹 #DrAbiyAhmedAli🇪🇹’s Strong Message to the National Defense Force“ Abiy Ahmed Ali The National Defense Force is a Symbol of Our Unity and Independence #Erga_Jabduu #Dr_AbiyAhmedAli🇪🇹 Rayyaa Ittisa Biyyaatif Dhaaman keessa Muraasa“ @AbiyAhmedAli Raayyaan Ittisa Biyyaa Mallattoo Tokkummaafi Birmadummaa Keenyaati Biyyi keenya Itoophiyaan yeroo garaa garaatti diinota alaafi gantoota keessaan waraana itti banamu gootota seenaan bara baraan yaadatuun birmadummaan ishee akka eegamu taasisaniiru. Gootummaan ilmaan isheetiin hojjetames Afrikaanootaaf fakkeenya ta’uun mallattoo bilisummaa ta’uun akka yaadatamu ta’ee jira. Ammas Itoophiyaa diiguufi dadhabsiisuuf diinonni keessaafi alaa qindaa’uun humna qabaniin hunda hojjechaa jiru. Qaamonni ilaalcha finxaaleyyii fiixee dhaabbatanii ani yoon bulche malee biyyi Itoophiyaan jedhamtu jiraachuu hin qabdu ilaalcha jedhuun jeequmsaafi hookkara kaasuun uummata shororkeessaa turaniis,Gootummaa Ilmaan Isheetiin finxaaleyyii kun galmi isaanii Itoophiyaa diiguu akka ta’e gochi badii isaan raawwachaa jiran qabatamaan argaa kan turre,akka lafaa hin kaaneetti awwala isaani gadii bara baraan yaadachuun gootummaadha. #AbdiAminBakar : #SubscribeChannel Wantoota Adduunya kana irratti na Gammachiisan Keessa Murasnii? Ofif Argachurra wanta obboleessi (Hiriyyaan) kiyya argatefin Gammadda. Rakkoo tiyyaarra Rakkoo obboleessa(Hiriyyaa) kiyyaafin rakkadhaa. Dhimma kiyya itti dhiise Dhimma hiriyya kiyyatif Furmaata barbaade hiriyyaa kiyya rakkoo isaa furutu na gammachiisa. Anaf Hiriyyaan naf bahurra, Ani yoonin hiriyyaaf bahen irra gammada Ykn Akkuma beekamu Namoota bayyeedhaf Hiriyyaan gaariin, hin bahuf, Ani Rakkina hiriyya kiyya tan inni natti himatufi tan inni dhokfate deemus hangan dandahe furufin qaba jedheetin dhiphadhee hanga Rabbiin kiyya naf laafissetti furuf yaala. Yeroo sanin gammachu argadhaa Alhamdulillahi❤️ Subscribe godhaa Oddeeffannoo Adda adda isinif qoonnaa YouTube keenyas Subscribe nufgodha Facebook Page keenya Follow Like Share godha @Abdi Amin
Back to Top