Waldaa Qorannoo Oromoo Feb 24,2024 #yaadimedianetwork #ethiopianews
Pirezidaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaa dursaa jila Baankii Addunyaatti Daayirektara biyyoota Itiyoophiyaa, Eritiriyaa, Sudaanifi Sudaan kibbaa kan ta’an, Obbo ‘Ousmane Dione’ durfamuu waajjira isaaniitti simachuun haala waliigalaa naannoo Oromiyaafi dhimmoota waliin hojjechuun ittiin danda’amu irratti akka mari’atan himaniiru.
Akkam jirtan?Nageenyi Badhaadhaa!!Bunaafi Nagaa hindhabinaa!Oromoon yoo Nagaa walitti dhaamu ’Bunaafi Nagaa hindhabinaa’ jedhee wal-eebbisa. Chaanaaliiwwan kana Mee Daawwadhaa jaaladhaa, michuufi hiriyoota keessaniifs qoodaa,Maddi waan hundumaa yaada ’Yaadi Media Network’ jedhee lammataa ’Yezemenu Media’ jedha,Chaanaalii kana irrattis dhimma
Itiyoophiyaafi Oromiyaa irratti Afaan Amaaraatiin odeeffannoowwaniifi balballoomii wayitaawaatu kana irraa dhalattoonni Oromoo Afaan Oromoo hindandeenyes ta’e kanneen biroo odeeffannoo gahaa argachuu danda’,like